Hojiin humna Addaa Naannoo Amaaraa caasaalee nageenyaa naannoo, federaalaa fi raayyaa ittisaa biyyaa keessatti hammachuu, eegalamuun mootummaan beeksiifamuu hordofee eddoowwan naannichaa kan ...
Bakka buutonni Gamtaa Afrikaafi aangawaa IGAD waliigaltee nagaa mootummaa federaalaafi TPLF jidduutti akka mallattaa'u carraaqaa turan akkasumas aambaasaaddaroonni biyyoota garagaraa Naannoo Tigraay ...
Fakkeenyi walxaxaa fi ulfaataa tekinooloojii fi aadaa Saboota duraa (first nation) karaa hodhaa adda addaa mul’ifama. Warri uffata hoddhan meeshaalee bareedinaas ni uumuu, garuu adeemsi kana hojjechuu ...